Miikiyaas 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa gaarota nana, yaa hundeewwan lafaa warri ciccimoo taatan,Falmii seeraa Yihowaa dhagaʼaa,+Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa wajjin falmii seeraa qaba;Inni saba Israaʼeliin ni falma:+
2 Yaa gaarota nana, yaa hundeewwan lafaa warri ciccimoo taatan,Falmii seeraa Yihowaa dhagaʼaa,+Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa wajjin falmii seeraa qaba;Inni saba Israaʼeliin ni falma:+