LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 10:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kunoo, samiin, samiin samiiwwanii illee, laftii fi wanti ishii irra jiru hundis kan Waaqa kee Yihowaa ti.+

  • Iyyoob 41:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Akkan isaaf deebisuuf jalqaba waa kan naaf kenne eenyu?+

      Wanti samii jalatti argamu kam iyyuu kan koo ti.+

  • 1 Qorontos 10:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 sababiin isaas, “laftii fi wanti ishii keessa jiru hundi kan Yihowaa* ti.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi