LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ruut 3:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Innis yeroo kanatti akkana ishiidhaan jedhe: “Yaa intala too, Yihowaan si haa eebbisu. Sooressas taʼe hiyyeessa dargaggoota duukaa buʼuu dhiisuudhaan, isa yeroo jalqabaa caalaa isa yeroo dhumaa kanatti jaalala amanamaa argisiisteetta.+ 11 Ammas yaa intala too, hin sodaatin. Namoonni magaalattii keessa jiran hundi* ati dubartii baʼeettii taʼuu kee waan beekaniif,+ wanta jette hundumaa siif nan godha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi