-
Asteer 6:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kanaafuu, Haamaan uffatichaa fi fardicha ni fudhate; achiis Mordekaayitti+ uwwisee fardicha irra isa kaaʼee addabaabayii magaalattii keessa isa naannessee, “Nama mootichi ulfina kennuufii barbaaduuf kanatu godhama!” jedhee isa duratti labse. 12 Sana booda Mordekaay gara karra mootichaatti ni deebiʼe; Haamaan garuu mataa isaa haguuggatee gaddaa hatattamaan gara mana isaatti deebiʼe.
-