LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 15:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Garaa hubataan beekumsa barbaada,+

      Afaan gowwootaa garuu gowwummaa soorata.*+

  • Maatewos 13:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Inni biyyoo gaarii irratti facaafame immoo isa dubbicha dhagaʼee ergaa isaa hubatu dha; inni dhugumaan firii ni godhata, inni tokko dachaa 100, inni tokko dachaa 60, inni tokko immoo dachaa 30 godhata.”+

  • Ibroota 5:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Nyaanni jabaan garuu kan namoota bilchaatoo warra wanta sirrii fi dogoggora taʼe gargar baasuuf dandeettii hubannaa isaanii hojjechiisuudhaan leenjisanii ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi