Faarfannaa 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Namni akka gorsa hamootaatti hin deddeebine,Daandii cubbamootaa irra hin dhaabbanne,+Teessuma qoostotaa irras hin teenye+ gammadaa dha. 1 Qorontos 15:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Hin dogoggorinaa. Hiriyummaa gadheen amala* gaarii mancaasa.+
1 Namni akka gorsa hamootaatti hin deddeebine,Daandii cubbamootaa irra hin dhaabbanne,+Teessuma qoostotaa irras hin teenye+ gammadaa dha.