-
Fakkeenya 5:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis akkana jetta: “Ani akkamittan adaba jibbe!
Garaan koo akkamitti sirreeffama tuffate!
13 Ani sagalee warra qajeelfama naa kennanii hin dhageenye
Yookiin barsiisota koo xiyyeeffannaadhaan hin dhaggeeffanne.
-
-
Fakkeenya 18:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Namni gowwaan hubannaatti hin gammadu;
Kanaa mannaa wanta garaa isaa keessa jiru baasa.+
-