-
Fakkeenya 9:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Ishiin balbala mana ishii dura,
Iddoowwan ol kaʼoo magaalattii irra barcuma irra teessee,+
15 Warra achiin darban,
Warra karaa isaanii qabatanii kallattiidhaan deeman akkana jettee waamti:
-