Fakkeenya 31:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Humna kee dubartootaaf hin kennin,+Daandii mootota balleessus hin hordofin.+ Luqaas 15:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Ilmi kee inni qabeenya kee sagaagaltootaa wajjin bittinneesse* kun akkuma dhufeen garuu, jibicha gabbataa isaaf qalte.’
30 Ilmi kee inni qabeenya kee sagaagaltootaa wajjin bittinneesse* kun akkuma dhufeen garuu, jibicha gabbataa isaaf qalte.’