Fakkeenya 11:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni liqii nama ormaatiif wabii taʼu kam iyyuu miidhaan isa irra gaʼa,+Namni harka rukutuudhaan waadaa galuu irraa fagaatu* garuu nagaadhaan jiraata. Fakkeenya 20:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Namni tokko ormaaf yoo wabii taʼe uffata isaa irraa fudhadhu;+Kana kan godhe dubartii biyya ormaatiif* yoo taʼe immoo qabsiisa irraa fudhadhu.+
15 Namni liqii nama ormaatiif wabii taʼu kam iyyuu miidhaan isa irra gaʼa,+Namni harka rukutuudhaan waadaa galuu irraa fagaatu* garuu nagaadhaan jiraata.
16 Namni tokko ormaaf yoo wabii taʼe uffata isaa irraa fudhadhu;+Kana kan godhe dubartii biyya ormaatiif* yoo taʼe immoo qabsiisa irraa fudhadhu.+