- 
	                        
            
            Baʼuu 22:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
22 “Namni tokko qotiyyoo yookiin hoolaa hatee yoo qale yookiin yoo gurgure, inni bakka qotiyyoo sanaa qotiyyoo shan, bakka hoolaa sanaa immoo hoolaa afur kiisii haa kaffalu.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Baʼuu 22:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Qotiyyoos taʼe harree yookiin hoolaa wanti inni hate sun qabeenya isaa keessatti lubbuudhaan yoo argame, namichi wanta sana dachaa godhee kiisii haa kaffalu.
 
 -