LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 39:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Gooftaan isaas wanta haati manaa isaa, “Tajaajilaan kee akkana akkana na godhe” jechuudhaan itti himte akkuma dhagaʼeen aaree bobaʼe. 20 Kanaafuu, gooftaan Yoseef isa fuudhee mana hidhaa bakka hidhamtoonni mootichaa itti hidhamanitti isa galche; innis mana hidhaa sana keessa ni ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi