1 Qorontos 6:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Halalummaa* irraa baqadhaa!+ Cubbuu kan biraan namni tokko hojjetu hundi qaama isaatii alatti dha; namni halalummaa raawwachuu amaleeffate garuu qaama ofii isaa irratti cubbuu hojjeta.+
18 Halalummaa* irraa baqadhaa!+ Cubbuu kan biraan namni tokko hojjetu hundi qaama isaatii alatti dha; namni halalummaa raawwachuu amaleeffate garuu qaama ofii isaa irratti cubbuu hojjeta.+