-
Fakkeenya 7:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Kottu, hamma bariʼutti xoofoo jaalalaa irraa dhugnee haa quufnu;
Waliin taanee jaalalaan haa gammadnu,
19 Abbaan manaa koo mana hin jiru;
Karaa fagoo deemeera.
-