-
Fakkeenya 5:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis akkana jetta: “Ani akkamittan adaba jibbe!
Garaan koo akkamitti sirreeffama tuffate!
13 Ani sagalee warra qajeelfama naa kennanii hin dhageenye
Yookiin barsiisota koo xiyyeeffannaadhaan hin dhaggeeffanne.
-
-
Yohaannis 3:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Wanta hamaa hojjechuu kan amaleeffate hundi ifa ni jibba; hojiin isaa akka hin saaxilamneef inni gara ifaatti hin dhufu.
-