Lallaba 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Afaan keetiin dubbachuuf hin ariifatin; garaan kees ariifatee Waaqa dhugaa duratti akka dubbatu hin godhin;+ sababiin isaas, Waaqni dhugaan samii irra jira, ati garuu lafa irra jirta. Wanti dubbattu muraasa+ taʼuu kan qabu kanaafi.
2 Afaan keetiin dubbachuuf hin ariifatin; garaan kees ariifatee Waaqa dhugaa duratti akka dubbatu hin godhin;+ sababiin isaas, Waaqni dhugaan samii irra jira, ati garuu lafa irra jirta. Wanti dubbattu muraasa+ taʼuu kan qabu kanaafi.