-
Roomaa 2:6-8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Inni nama hundumaatiif akka hojii isaatti deebisee ni kaffala:+ 7 warra hojii gaarii hojjechuutti jabaachuudhaan ulfina, kabajaa fi jireenya hin badne+ barbaadaniif jireenya bara baraa ni kenna; 8 haa taʼu malee, warra morkii jaallatanii fi warra dhugaadhaaf ajajamuu didanii jalʼinaaf ajajaman irratti dheekkamsii fi aariin isaa ni dhufa.+
-