Fakkeenya 2:10-12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ogummaan yommuu garaa kee seenu,+Beekumsis yommuu lubbuu* kee gammachiisu,+11 Dandeettiin yaaduu si eega,+Hubannaanis si golga,12 Kunis, daandii hamaa irraa,Nama wanta jalʼaa dubbatu irraa,+
10 Ogummaan yommuu garaa kee seenu,+Beekumsis yommuu lubbuu* kee gammachiisu,+11 Dandeettiin yaaduu si eega,+Hubannaanis si golga,12 Kunis, daandii hamaa irraa,Nama wanta jalʼaa dubbatu irraa,+