Faarfannaa 18:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Nama qulqulluudhaaf qulqulluu ni taata,+Isa jalʼaatti garuu gamna taʼuu kee ni argisiista.+ Fakkeenya 3:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Sababiin isaas, Yihowaan nama jalʼaa ni jibba,+Warra qajeelota taʼanii wajjin garuu michummaa cimaa qaba.+
32 Sababiin isaas, Yihowaan nama jalʼaa ni jibba,+Warra qajeelota taʼanii wajjin garuu michummaa cimaa qaba.+