Lallaba 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Namni hamaan garuu Waaqayyoon waan hin sodaanneef, isaaf gaarii hin taʼu;+ umurii isaa isa akka gaaddidduu taʼes hin dheereffatu.+ Hisqiʼel 18:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kunoo, lubbuun* hundi kan koo ti. Akkuma lubbuun abbaa kan koo taʼe, lubbuun ilmaas kan koo ti. Lubbuun* cubbuu hojjetu ni duʼa.
13 Namni hamaan garuu Waaqayyoon waan hin sodaanneef, isaaf gaarii hin taʼu;+ umurii isaa isa akka gaaddidduu taʼes hin dheereffatu.+
4 Kunoo, lubbuun* hundi kan koo ti. Akkuma lubbuun abbaa kan koo taʼe, lubbuun ilmaas kan koo ti. Lubbuun* cubbuu hojjetu ni duʼa.