Fakkeenya 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Arrabni tasgabbaaʼaan* muka jireenyaa ti,+Dubbii micciiramaan garuu abdii nama kutachiisa.*