Ermiyaas 6:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa lafaa, dhagaʼi! Sabni kun dubbii koo waan hin dhageenyeef,Seera* koos waan tuffataniif,Mala qopheessan sanaan kan kaʼe,Isaan irratti badiisa nan fida.”+ Galaatiyaa 6:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Hin dogoggorinaa: Waaqayyo kan itti qoosamu miti. Namni waanuma facaase sana haammata;+
19 Yaa lafaa, dhagaʼi! Sabni kun dubbii koo waan hin dhageenyeef,Seera* koos waan tuffataniif,Mala qopheessan sanaan kan kaʼe,Isaan irratti badiisa nan fida.”+