1 Mootota 21:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Dhuguma iyyuu, namni akka Ahaabitti haadha manaa isaa Iizaabeliin oofamee+ wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuuf kutatee kaʼe* tokko illee hin jiru.+
25 Dhuguma iyyuu, namni akka Ahaabitti haadha manaa isaa Iizaabeliin oofamee+ wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuuf kutatee kaʼe* tokko illee hin jiru.+