-
Fakkeenya 3:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Ogeessa akka taatetti of hin ilaalin.+
Yihowaa sodaadhu, wanta hamaa irraas fagaadhu.
-
-
Fakkeenya 26:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Nama ogeessa akka taʼetti of ilaalu argiteettaa?+
Isa caalaa namni gowwaan abdii qaba.
-