-
Uumama 39:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yoseef isa duratti fudhatama argachuu isaa itti fufe; tajaajilaa dhuunfaa isaas ni taʼe. Kanaafuu, inni mana isaa irratti isa muude; wanta kan isaa taʼe hundumaa irrattis itti gaafatamaa isa godhe.
-
-
1 Mootota 11:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yeroboʼaam kun nama dandeettii guddaa qabu ture. Solomoonis dargaggeessi kun nama jabaatee hojjetu taʼuu isaa yommuu argu, tajaajila dirqamaa mana Yoseef keessatti hojjetamu hunda irratti ilaaltuu ol aanaa isa godhe.+
-