-
Faarfannaa 39:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Namni hamaan kam iyyuu na dura hamma jirutti,
Afaan koo hidhee nan eeggadha” nan jedhe.+
-
-
Faarfannaa 141:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yaa Yihowaa, afaan kootiif eegduu dhaabi,
Balbala afaan kootii akkan eeggadhu na gargaari.+
-