Abbootii Murtii 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis namoonni Efreem, “Wanti ati nu irratti goote kun maali dha? Miidiyaaniin waraanuuf yeroo dhaqxetti maalif nu hin waamne?”+ isaan jedhan. Garmalees isa lolan.+
8 Achiis namoonni Efreem, “Wanti ati nu irratti goote kun maali dha? Miidiyaaniin waraanuuf yeroo dhaqxetti maalif nu hin waamne?”+ isaan jedhan. Garmalees isa lolan.+