-
1 Mootota 1:47, 48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
47 Dabalataanis tajaajiltoonni mootichaa, ‘Waaqni kee maqaa Solomoon maqaa kee caalaa ulfina qabeessa haa godhu; inni teessoo isaa teessoo kee caalaa guddaa haa godhu!’ jechuudhaan gooftaa keenya Daawit Mootichaaf gammachuu isaanii ibsuuf ol seenaniiru. Yeroo kanatti mootichi siree isaa irratti ni sagade. 48 Achiis mootichi, ‘Yihowaan Waaqni Israaʼel inni harʼa ilmi koo teessoo koo irra akka taaʼu godhee fi ijji koos kana akka argu heyyame haa eebbifamu!’ jedhe.”
-