Uumama 34:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Diinaan intalli Yaaqoob ishiin Liyaan deesse+ shamarran biyyattii wajjin yeroo dabarsuuf* gad ni baati turte.+ 2 Sheekem ilmi Hamoor Hiiwichaa+ inni geggeessaa biyyattii taʼe yommuu ishii argu fudhatee dirqisiisee ishii gudeede.
34 Diinaan intalli Yaaqoob ishiin Liyaan deesse+ shamarran biyyattii wajjin yeroo dabarsuuf* gad ni baati turte.+ 2 Sheekem ilmi Hamoor Hiiwichaa+ inni geggeessaa biyyattii taʼe yommuu ishii argu fudhatee dirqisiisee ishii gudeede.