9 Nama wanta hamaa hojjetu hunda irra, jalqaba nama Yihudii irra, akkasumas nama Giriikii irra rakkinnii fi dhiphinni ni gaʼa; 10 namni wanta gaarii hojjetu hundi garuu, jalqaba namni Yihudii,+ akkasumas namni Giriikii+ ulfina, kabajaa fi nagaa ni argata.