LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 28:15-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Warqii qulqulluudhaan bitamuu hin dandaʼu;

      Ittiin jijjiiruufis meetiin isaaf madaalamuu hin dandaʼu.+

      16 Warqii Ofiiriin+ bitamuu hin dandaʼu,

      Oniiksii* fi safiroos warra gatii guddaa qabaniinis bitamuu hin dandaʼu.

      17 Warqii fi burcuqqoon isaan wal gituu hin dandaʼan;

      Miʼa warqii gaariittis* isa jijjiiruun hin dandaʼamu.+

      18 Elellaa fi kiristaaliin isaa wajjin wal bira hin qabaman,+

      Sababiin isaas, ogummaan callee* qalqalloo tokko guutuu irra ni caala.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi