Maatewos 19:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yesuusis, “Mudaa kan hin qabne* taʼuu yoo barbaadde, dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta;+ sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.
21 Yesuusis, “Mudaa kan hin qabne* taʼuu yoo barbaadde, dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta;+ sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.