-
Leewwota 26:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “‘Isin ammas na mormuu keessan yoo itti fuftanii fi na dhagaʼuu yoo diddan, akkuma cubbuu keessaniitti isa kanaan duraa irra siʼa torba caalchisee isin nan rukuta.
-
-
Fakkeenya 1:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Sababiin isaas, warri muuxannoo hin qabne addaggummaan isaanii isaan ajjeesa,
Gowwoonni dantaa dhabuun isaanii isaan balleessa.
-