LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 16:23-25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Garmalee erga isaan reebanii* booda mana hidhaatti isaan galchanii, eegduun mana hidhaa sun jabeessee akka isaan eegu ajajan.+ 24 Innis ajajni kun waan isaaf kennameef, kutaa mana hidhaa isa keessaatti isaan galchee miila isaanii jirma gidduu galchee hidhe.

      25 Gara halkan walakkaa garuu Phaawulosii fi Siilaas kadhachaa fi faarfannaadhaan Waaqayyoon jajachaa turan;+ hidhamtoonnis isaan dhaggeeffatu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi