- 
	                        
            
            Fakkeenya 10:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 Nama gowwaadhaaf gocha qaanessaa irratti hirmaachuun akkuma taphaa ti,
Ogummaan garuu kan nama hubannaa qabuu ti.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Yaaqoob 3:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Isin keessaa ogeessii fi hubataan eenyu? Inni hojii isaa kan raawwatu garraamummaa isa ogummaa irraa maddeen taʼuu isaa amala isaa isa gaariidhaan haa argisiisu.
 
 -