13 “Karra isa dhiphaadhaan ol seenaa;+ karri badiisatti geessu balʼaa dha, daandiin isaas guddaa dha; namoonni achiin seenanis baayʼee dha; 14 karri gara jireenyaatti geessu garuu dhiphaa dha, daandiin isaas qalʼoo dha; namoonni isa argatanis muraasa.+