-
1 Saamuʼel 8:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Saamuʼel yeroo dulloometti, abbootii murtii taʼanii Israaʼelota akka tajaajilaniif ilmaan isaa ni muude.
-
-
Fakkeenya 1:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Daandiin warra faayidaa sirrii hin taane argachuu barbaadanii kana dha,
Wanti isaan argatanis lubbuu isaanii isaan dhabsiisa.+
-