- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 25:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
35 Yeroo kanatti Daawit wanta ishiin isaaf fidde harkaa fuudhee, “Nagaadhaan gara mana keetti deebiʼi! Kunoo, wanta ati jette dhagaʼeera; wanta ati gaafattes siifan godha” ishiidhaan jedhe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Fakkeenya 18:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Kennaan nama kennu sanaaf karaa ni bana;+
Namoota guguddaa duratti dhihaachuufis carraa isaaf bana.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Fakkeenya 19:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
6 Namoonni hedduun nama guddaa* biratti fudhatama argachuu barbaadu,
Nama kennaa namaaf kennuufis namni hundi michuu dha.
 
 -