-
Uumama 39:10-12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Akka kanaan ishiin guyyuma guyyaadhaan Yoseefitti kan dubbattu taʼus, inni garuu ishii wajjin ciisuufis taʼe ishii bira turuuf matumaa tole hin jenne. 11 Haa taʼu malee, gaaf tokko yommuu inni hojii isaa hojjechuuf gara manaa seenetti, hojjettoota manichaa keessaa tokko illee mana keessa hin turre. 12 Achiis uffata isaa qabattee, “Anaa wajjin ciisi” isaan jette. Inni garuu uffata isaa harka ishii irratti gatee alatti baqate.
-
-
Fakkeenya 7:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Ogummaadhaan, “Ati obboleettii tiyya” jedhi;
Hubannaadhaanis, “fira koo” jedhii waami.
-