LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 15:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Arrabni tasgabbaaʼaan* muka jireenyaa ti,+

      Dubbii micciiramaan garuu abdii nama kutachiisa.*

  • Lallaba 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Iyya nama gowwoota gidduutti bulchuu dhaggeeffachuu mannaa dubbii tasgabbaaʼaa nama ogeessa taʼee dhaggeeffachuu wayya.

  • Yaaqoob 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Isin keessaa ogeessii fi hubataan eenyu? Inni hojii isaa kan raawwatu garraamummaa isa ogummaa irraa maddeen taʼuu isaa amala isaa isa gaariidhaan haa argisiisu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi