-
Uumama 24:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Shamarreen yeroo ani, ‘Maaloo, hubboo* kee of irraa buusiitii bishaan dhugamu naaf kenni’ ishiidhaan jedhu, ‘Dhugi, gaalota kees bishaan siifan obaasa’ naan jettu, ishii ati tajaajilaa kee Yisihaaqiif filatte haa taatu; kanaanis akka ati gooftaa kootti jaalala amanamaa argisiiste nan beeka.”
-