LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 24:16-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Daawit wantoota kana isatti dubbatee akkuma xumureen Saaʼol, “Yaa ilma koo Daawit, kun sagalee kee tii?” jedhe.+ Achiis Saaʼol sagalee isaa ol kaasee booʼuu jalqabe. 17 Daawitiinis akkana jedhe: “Ati ana caalaa qajeelaa dha; sababiin isaas, ati gaarii kan naaf goote taʼus, ani garuu hamaan siif deebise.+ 18 Eeyyee, Yihowaan harka keetti dabarsee na kennee utuu jiruu, ati na ajjeesuu dhiisuudhaan gaarii naaf gochuu kee harʼa natti himteetta.+

  • 1 Saamuʼel 26:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Saaʼolis deebisee, “Ani cubbuu hojjedheera.+ Daawit yaa ilma koo, kottu deebiʼi; ati guyyaa harʼaatti lubbuu koo akka waan gatii guddaa qabuutti waan ilaalteef,+ ani kana booda si irratti miidhaa hin geessisu. Eeyyee, ani gocha gowwummaa fi dogoggora guddaa raawwadheera” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi