-
Fakkeenya 4:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Isaan wanta hamaa yoo raawwatan malee rafuu hin dandaʼan.
Nama tokko yoo lafaan dhaʼan malee hirriba hin argatan.
17 Isaan nyaata hamminaa sooratu,
Daadhii wayinii jalʼinaas ni dhugu.
-