LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 6:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 hattoonni, sassattoonni,+ warri machaaʼan,+ warri nama arrabsanii fi saamtonni Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalan.+

  • Galaatiyaa 5:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 goomachuu, machii,+ gadhiisii* fi wantoota kana fakkaatani dha.+ Akkuman kanaan dura isin akeekkachiise waaʼee wantoota kanaa irra deebiʼeen isin akeekkachiisa; namoonni wantoota akkasii raawwachuu amaleeffatan Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalan.+

  • Efesoon 5:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Akkasumas, jireenya gadhiisiidhaaf* waan isin saaxiluuf, daadhii wayiniitiin hin machaaʼinaa;+ kanaa mannaa, hafuuraan guutamuu keessan itti fufaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi