LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 51:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Kunoo, ani yakkamaa taʼee dhaladheera,

      Haati tiyyas cubbuu keessatti na ulfoofte.*+

  • Lallaba 7:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Namni qajeelaan yeroo hundumaa wanta gaarii godhuu fi matumaa cubbuu hin hojjenne tokko illee lafa irratti hin argamu.+

  • Yaaqoob 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sababiin isaas, hundi keenya yeroo baayʼee ni gufanna.*+ Namni dubbiidhaan hin gufanne yoo jiraate garuu, inni nama mudaa hin qabnee fi guutummaa qaama isaa toʼachuu* dandaʼu dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi