Fakkeenya 12:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Namni lafa isaa qotatu nyaata ni quufa,+Namni wantoota gatii hin qabne duukaa buʼu garuu hubannaa* hin qabu.
11 Namni lafa isaa qotatu nyaata ni quufa,+Namni wantoota gatii hin qabne duukaa buʼu garuu hubannaa* hin qabu.