-
Leewwota 27:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “‘Wareegni sun horii Yihowaadhaaf aarsaa taʼee dhihaachuu dandaʼu yoo taʼe, wanti Yihowaadhaaf kennamu kam iyyuu qulqulluu ni taʼa.
-