Isaayyaas 28:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Abasuudni gurraachi konkolaataa* ittiin midhaan siribsiisaniin hin caccabsamu,+Geengoon gaariis kamuunii irra hin oofamu. Kanaa mannaa, abasuudni gurraachi uleedhaan,Kamuuniinis mukaan cagadama.
27 Abasuudni gurraachi konkolaataa* ittiin midhaan siribsiisaniin hin caccabsamu,+Geengoon gaariis kamuunii irra hin oofamu. Kanaa mannaa, abasuudni gurraachi uleedhaan,Kamuuniinis mukaan cagadama.