LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 28:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Namni garaa isaatti amanamu kam iyyuu gowwaa dha,+

      Namni ogummaadhaan deddeebiʼu garuu ni oola.+

  • Ermiyaas 10:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yaa Yihowaa, daandiin namaa aangoo isaa jala akka hin jirre akka gaariitti nan beeka.

      Yommuu deemus ofii isaatiin tarkaanfii isaa illee qajeelchuu hin dandaʼu.+

  • 1 Qorontos 3:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Namni kam iyyuu of hin gowwoomsin: Isin gidduudhaa namni sirna* kana keessatti ogeessa akka taʼe yaadu, ogeessa taʼuu akka dandaʼuuf gowwaa haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi