-
Fakkeenya 1:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Daandiin warra faayidaa sirrii hin taane argachuu barbaadanii kana dha,
Wanti isaan argatanis lubbuu isaanii isaan dhabsiisa.+
-
-
Fakkeenya 20:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Dhaalli jalqaba irratti sassataan argame
Dhuma irratti eebba hin taʼu.+
-